Blog. (Barrulee)

Ergaa Baga Ayyaana Qilleetif Gessan Hoggansa WAAGJ irraa

Itti Gaafatamaan waajhira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa kab. Obboo Sisay Eddessaa Abbootii Alangaa fi Hojjetoota Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa sadarkaa Aanaa, fi Godinaa jirtan maraaf akkasumas Hordoftoota Amantaa kiristaanaa taatan hundi keessan baga ayyaana Qillee kan bara 2014 tiin isin gahee jechaa Ayyaanni kun kan nagaa, kan milkii fi guddinaa akka isiniif ta’u hawwiiContinue reading “Ergaa Baga Ayyaana Qilleetif Gessan Hoggansa WAAGJ irraa”

Rate this:

Barruu Labsii Yeroo Hatattamaa(Muddamaa) Lakk.5/2014 irratti qophaa’e.

Qophessaan Barrefama Kanaa Mulugetaa Megersaa Wajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaattii Abbaa Alangaa Aanaa Coraa Botor 1.1. Seensa Biyya tokko keessatti nagaa fi tasgabbiin uummataa akka mirkanaa’uuf mirgi namoomaa fi mirgi dimokraatawaa uummataa akka kabajamuuf mootummaan dirqama kan qabu ta’uun dhugaa ifa jiruudha.Mootummaanis dirqamoota kana bahuuf tooftaawwan adda addaa  baasun hojii irra oolcha .Tooftaawwan kanneen keessaaContinue reading “Barruu Labsii Yeroo Hatattamaa(Muddamaa) Lakk.5/2014 irratti qophaa’e.”

Rate this:

Chaartarii Lammi WAAGJ foyya’e Qopha’e pdf.

Yaada Waligalaa Chaartarii lammiilee bu’uura Heera Mootumma kan qabu ta’ee, meeshaa jijjiiramaa lammii waliin walitti dhufeenya qabnu cimsuu fi sirna iftoominaa fi itti gaafatamummaa ittiin diriirsinuu fi cimsinu dha. Ummatni tajajila mana hojii keenya irraa  argachuu qabu bifa argachuu qabuun yoo argachuu baate sirna komii itti dhiyeefatudha . Chaartariin lammiilee yemmuu qophaa’u sadarkaa kenna tajaajilaaContinue reading “Chaartarii Lammi WAAGJ foyya’e Qopha’e pdf.”

Rate this:

Loading…

Something went wrong. Please refresh the page and/or try again.


Follow My Blog

Get new content delivered directly to your inbox.

  • by Michael Pick
    Every site starts with an idea. WordPress Starter is a new, beautifully pared-back plan designed to put that idea center stage. For just $5/month. Like the WordPress Pro plan (more on that below), […]
  • by Michael Pick
    A Fresh New Design For Subscriber Emails We recently rolled out some fresh, flavorful updates to the design of the emails that go out to your subscribers when you publish new posts to […]
  • by Mindy Postoff
    The field of search engine optimization is complex and the sheer volume of information can be daunting and overwhelming. That's why we’ve launched our latest course to provide a straightforward and easy-to-follow introduction […]
  • by Jeremy Anderberg
    In this edition of our WordPress.com Favorites series, we speak with Joshua Danley and his passion for Pelikan-branded fountain pens, which he writes about on The Pelikan's Perch.
  • by Tino Barreiro
    We promised you “more is coming” in our latest update—and now more is here. More features that make the finest video service for WordPress even more powerful. You can upload more content with […]
  • by Mindy Postoff
    We’re excited to introduce a set of prompts for creators of all types! Meet WordPrompt, a single-word monthly exercise that aims to inspire you to create new posts, regardless of what or how […]
  • by Michael Pick
    Our mission has always been to democratize publishing, one website at a time. Now we’re making all the benefits of WordPress available to more people, with one simple pricing plan. Hello, Pro One […]
  • by Jeremy Anderberg
    Welcome back to our “WordPress.com Favorites” series! In these interviews, we’ll be highlighting bloggers about their passion project. Caution: contents guaranteed to be inspiring. This interview has been lightly edited.     Shortly after Empish Thomas […]
  • Law is the highest product of human mind

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: