Ergaa Baga Ayyaana Qilleetif Gessan Hoggansa WAAGJ irraa

Itti Gaafatamaan waajhira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa kab. Obboo Sisay Eddessaa Abbootii Alangaa fi Hojjetoota Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa sadarkaa Aanaa, fi Godinaa jirtan maraaf akkasumas Hordoftoota Amantaa kiristaanaa taatan hundi keessan baga ayyaana Qillee kan bara 2014 tiin isin gahee jechaa Ayyaanni kun kan nagaa, kan milkii fi guddinaa akka isiniif ta’u hawwiiContinue reading “Ergaa Baga Ayyaana Qilleetif Gessan Hoggansa WAAGJ irraa”

Rate this:

Chaartarii Lammi WAAGJ foyya’e Qopha’e pdf.

Yaada Waligalaa Chaartarii lammiilee bu’uura Heera Mootumma kan qabu ta’ee, meeshaa jijjiiramaa lammii waliin walitti dhufeenya qabnu cimsuu fi sirna iftoominaa fi itti gaafatamummaa ittiin diriirsinuu fi cimsinu dha. Ummatni tajajila mana hojii keenya irraa  argachuu qabu bifa argachuu qabuun yoo argachuu baate sirna komii itti dhiyeefatudha . Chaartariin lammiilee yemmuu qophaa’u sadarkaa kenna tajaajilaaContinue reading “Chaartarii Lammi WAAGJ foyya’e Qopha’e pdf.”

Rate this: