
Sagantaa fm waagj 21/07/2014 – Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM
akkuma bekkamuu waajjirrii abbaa alangaa godina jimmaa dhaqabamummaa seeraa mirkanessuufii hawaasa kenyaaf huvannoo seeraa umuudhaaf hojii daran ol’aanaa ta’e hojjechaa jiraachuu Kenya ragaan innii hangafaa isin dhaggeffattootni sagalee fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa ta’u kessan mamii waan qabuu miitii. hordooftoota fm waagj har’a dhagettanif sagaleen fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa websaayiti ofiselawaa wajjira abbaa aangaa godina jimmaa dabalatee dhaabbilee tajaajila fm kennun akka adunyaattii sadarkaa 1ffaa hanga 20 jiran hunda irrattii kan tamsaafamuu ta’u isin beeksiisna. haaluma kanaan tamsaasa Kenya hundumaa Dhaabbilee beebbekamoo kan akk fm apple podcast, itunesn spotify, amazon, radio public, google podcast fi kkf jalattii nu argachu kan dandessan yommuu ta’u tamsaasa Kenya dhageffachuuf waagj fm ykn jimmaa attorney fm jechuun google gochuu qofaadhaa. sana booda tamsaasni Kenya waebsaayiti wajjira kenyaa dabalatee marsaritiilee 20 caalan jalattii isini waan dhufuuf akka feedhii kessanii filachun tamsaasa Kenya dhageffachaa hubannoo kessan gabifachuu dandessuu yommuu isinin jeennuu qophilee Kenya haala nama boharsiisuun qindessinee waan isini genyuufii.
visit Sagalee FM Waajjira AA Godina Jimmaa. Jiimma Zone Attorney FM Podcasting Site https://waagjfm.mhaagj.org/
dhaggeffattoota Kenya wa’e fm waagj hangana yoo isin jeennee gara ijoo sagantaa Kenya har’a isinif ibsuuttii sienna. haaluma kanaan sagantaa Kenya isa har’atin qophi hubannoo seeraa walta’insa Abbaa alangaa waligala federaalaafii faanaa prodcasting corporate deggarsa maallaaqaa USAID itiyophiyaattii justice activitytin dhihaatuu kessaa sagantaa ijoo kenninsa tajaajila abukaatummaa irrattiifii labsi seera bulchinsa federaalaa dhihenyattii bahee ilaalchisee sagantaa qophaa’ee isinin geenya jecha sirba haaraa andualam goosaa Gumgumee jedhuu kana isin affeerree kallattiidhaan qophaa’ee isinin genya nu wajjin turaa jechaa
—
Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
- Sagantaa fm waagj 21/07/2014
- Sagantaa hubannoo seeraa fm sagalee abbaa alangaa godina jimmaa jan 10 2022
- Sagantaa Xinxala Murtii dhadacha Ijibbaata Federaalaa galmee Lakk 16816 ta'en kennamee Seera Yakkaa MFDRI Kewwata 555 (c) fi 556 walbira qabuun qophii qophaa'ee kutaa 1ffaa. 4/27/2014
- Sagantaa Hubannoo seeraa Dhimma Falmii cheekii waliin walqabateee kutaa 1ffaa
- አዲሱ የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ 1234/2013 ይዟቸው የመጣው ዋና ዋና ነጥቦች የነሐሴ 12/2013 ስርጭት።
Baayyee gaariidha
LikeLike
Baayyee gaariidha
LikeLike
This is the great job.keep it up
LikeLike